Pular para o conteúdo
Publicidade

Zabuuriiwwan 78

23 Inni garuu shamaayʼun gubbaatiif ajaja kenne;

balbala shamaayʼuniis ni bane;

24 akka isaan nyaataniif mannaa gad roobseef;

midhaan shamaayʼuniis isaaniif kenne.

25 Namoonni buddeena malaʼikkoota Allaaha nyaatan;

inni waan isaan nyaatanii quufan ergeef.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também