33 Bara jireenya koo guutuu ani Rabbii Allaahaf nan faarfadha;
hamma lubbuun koo jirtuttis faarfannaadhaan Allaah koo nan galateeffadha.
34 Irra deddeebiʼee yaaduun koo isa haa gammachiisu;
ani Rabbii Allaahatti nan gammadaatii.