Pular para o conteúdo
Publicidade

Zabuuriiwwan 105

39 Inni akka gaaddisaatti duumessa isaan irra qabe;

akka halkaniin isaaniif ibsuuf immoo ibidda qabsiiseef.

40 Isaan duʼaa godhannaan inni dimbiriqqee kenneef;

buddeena shamaayʼuniitiinis isaan quufse.

41 Innis kattaa bane; bishaanis keessaa gad dhangalaʼe;

akkuma bishaan lagaattis gammoojjii keessaa yaaʼe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também