11 Yoo ani, "Dhugumaan dukkanni na dhoksa;
ifnis naannoo kootti halkan taʼa" jedhe,
12 dukkanni iyyuu siif dukkana hin taʼu;
halkanis akkuma guyyaa ifa;
dukkanni siif akkuma ifaatii.
11 Yoo ani, "Dhugumaan dukkanni na dhoksa;
ifnis naannoo kootti halkan taʼa" jedhe,
12 dukkanni iyyuu siif dukkana hin taʼu;
halkanis akkuma guyyaa ifa;
dukkanni siif akkuma ifaatii.
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.