7 Hafuura kee biraa ani eessa dhaquun dandaʼa?
Fuula kee duraas ani eessatti baqachuun dandaʼa?
8 Yoo ani shamaayʼuniiwwanitti ol baʼe, ati achi jirta;
yoo ani siree koo siiʼool keessa dhaabbadhes, achis ni jirta.