Pular para o conteúdo
Publicidade

Zabuuriiwwan 66

18 Utuu ani garaa koo keessa cubbuu kaaʼadhee jiraadhee,

silaa Gooftaan naaf hin dhagaʼu ture;

19 Allaahan garuu dhugumaan na dhaggeeffateera;

sagalee duʼaa kootiis dhagaʼeera.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também