Pular para o conteúdo
Publicidade

Zabuuriiwwan 9

7 Rabbii Allaahan garuu bara baraan ni moʼa;

teessoo isaas murtiidhaaf dhaabbateera.

8 Inni qajeelummaadhaan addunyaadhaaf murtii ni kenna;

sabootas murtii qajeelaadhaan bulcha.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também