9 Rabbii Allaahan warra cunqurfamaniif irkoo dha;
yeroo rakkinaattis daʼoo dha.
10 Warri maqaa kee beekan si amanatu;
yaa Rabbii Allaah, ati warra si barbaadan gattee hin beektuutii.
9 Rabbii Allaahan warra cunqurfamaniif irkoo dha;
yeroo rakkinaattis daʼoo dha.
10 Warri maqaa kee beekan si amanatu;
yaa Rabbii Allaah, ati warra si barbaadan gattee hin beektuutii.
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.