Duʼaa Muusaa Nama Allaaha Sanaa.
1 Yaa Gooftaa, ati dhaloota hunda keessatti
iddoo jireenyaa nuu taateerta.
2 Utuu tulluuwwan hin dhalatin
yookaan utuu ati lafaa fi addunyaa hin uumin,
baraa baraa hamma bara baraatti ati Allaaha.