Pular para o conteúdo
Publicidade

Salmos 104

14 Inni lafa irraa nyaata kennuuf jedhee looniif marga,

faayidaa namaatiif immoo biqiltuuwwan biqilcha;

15 akka daadhiin wayinii garaa nama gammachiisu,

akka zayitiin fuula nama cululuqsuu fi

akka midhaan nama jajjabeessu ni goota.

Veja também