89 Rabbii Allaah, dubbiin kee bara baraan jiraata;
shamaayʼun keessas jabaatee ni dhaabata.
90 Amanamummaan kee dhaloota hundaaf itti fufa;
ati lafa hundeessite; isheenis ni jiraatti.