Publicidade

Salmos 22

22 Maqaa kee obboloota kootti nan labsa;

waldaa keessattis sin jajadha.

23 Isin warri Rabbii Allaah sodaattan isa jajadhaa!

Isin sanyiin Yaaʼikuub hundinuu isa ulfeessaa!

Sanyiin Israaʼel hundinuus isa sodaadhaa!

24 Inni dhiphina nama dhiphatee hin tuffanne

yookaan hin balfineetii;

yommuu inni gargaarsaaf isatti iyyatettis,

ni dhagaʼeef malee fuula isaa hin dhokfanne.

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-22_10-02-25-